MUST LISTEN – BRIG. GEN KAMAL SAYS “YOU ARE THE LIBERATION FRONT”

Advertisements
Standard

Tartiiba Qubee Afaan Oromoo Jijjiiruu Kanaaf Beektotni Yaada Kennan Eenyu Fa’adhaa? — Chala Dandessa Debela

*Qubee Afaan Oromoo teeknooloojii Addunyaa faana wal simatee bifa gaarii ta’een hojjechaa jiru kana maaliif akka arganitti jijjiiruun barbaachise? *Hawaasni Oromoo ammam itti amane? *Jijjiiramuun tartiiba qubee Afaan Oromoo kun akkami isinitti tole moo? Isin mufachiisa?

via Tartiiba Qubee Afaan Oromoo Jijjiiruu Kanaaf Beektotni Yaada Kennan Eenyu Fa’adhaa? — Chala Dandessa Debela

Standard