Tartiiba Qubee Afaan Oromoo Jijjiiruu Kanaaf Beektotni Yaada Kennan Eenyu Fa’adhaa? — Chala Dandessa Debela

*Qubee Afaan Oromoo teeknooloojii Addunyaa faana wal simatee bifa gaarii ta’een hojjechaa jiru kana maaliif akka arganitti jijjiiruun barbaachise? *Hawaasni Oromoo ammam itti amane? *Jijjiiramuun tartiiba qubee Afaan Oromoo kun akkami isinitti tole moo? Isin mufachiisa?

via Tartiiba Qubee Afaan Oromoo Jijjiiruu Kanaaf Beektotni Yaada Kennan Eenyu Fa’adhaa? — Chala Dandessa Debela

Standard

“Shinnigaan Waadaa dha Waadaa Bara Baraa”: Walaloo A/ Obsee Addunyaa Yaaadannoo Guyyaa Gootota Oromoo magaalaa Bern, Swizerland irratti dhiyeessite. — OromiaTimes

“Shinnigaan waadaa dha waadaa bara baraa”: Walaloo A/ Obsee Addunyaa Yaaadannoo Guyyaa Gootota Oromoo magaalaa Bern, Swizerland irratti dhiyeessite.

via “Shinnigaan Waadaa dha Waadaa Bara Baraa”: Walaloo A/ Obsee Addunyaa Yaaadannoo Guyyaa Gootota Oromoo magaalaa Bern, Swizerland irratti dhiyeessite. — OromiaTimes

Standard