Oromoon Aadaa Qaba Akkuma aadaa qabuu sirnaa ittiin wol eebbisu qaba innis akka rmaan gadiitti

Faaxee waaqni dhagahi

Lafti dhagahii

Gadaamoojjiin Dhagahii

Dhibbi Dhagahii

DHibbaayyuun Dhagahii Gadabitti

Gadabitti si galchii

Gadaa si hulluussisi

Waraana qaqeessii

Oromoo mana qaqaatti bulchi

Doloollooo yaasi

Yaa,aa gabbisi

Jinfuu tuulii

Tuulaa diinaa diigi

Diinaa huqqisi

Oromoo biifaa sii godhi

Ejersaa gaaraa sii godhe

Kormaa gaaraa sii godhe

Bokkaa sii roobi

Bokkuu sii moosisi

Laaftan ititi

Itittuu si obaasi

SUN HANGA TOLTUTI

TOLTUUN HAA TOLTU  X2

 

Advertisements
Standard

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s